Welcome
Login

Gochaa suukanneessaa baqattoota Oromoo biyya Yemen

Featured video
You need to have the Flash Player installed and a browser with JavaScript support.

Thanks! Share it with your friends!

URL

You disliked this video. Thanks for the feedback!

URL


Published by Admin in Oduu Oromiyaa
6,051 Views

Description

Yeroo hawaasni Oromoo biyyoota sooreeyyii keessa jiraatan, lagaa fii ganndaan, amantiifii kutaan adda faca'anii sabboontoota saba tahuun hafee, sabboontoota dhaabaa ta'uun dhaaba kiyyaatu si caala, hoggana kiyyaatu ka dhugaati jechuun, siyaasaa kijibaa walitti gurgurachuuf mataa walwaqaraa jiru kanatti, baqattoonni Oromoo daa'imni manguddoon, jaarsa jaartiin gochaa suukanneessaa, sammuun dhala nama hin fudhanneef saaxilamee jira....Gaafiif deebisaa RSO Obbo Sa'id Mohamed gaafatamaa koree yeroo baqattoota Oromoo obboo Usmaan Galatoo waliin tasise..

Show more

Post your comment

Sign in or sign up to post comments.

Comments

Be the first to comment
RSS