Welcome
Login

Hiriira Mormii Hawaasa Oromoo Biyya Suwiidin Kan Magaala Goteborg fii Skaaraa

Featured video
You need to have the Flash Player installed and a browser with JavaScript support.

Thanks! Share it with your friends!

URL

You disliked this video. Thanks for the feedback!

URL


Published by Admin in Oduu Oromiyaa
2,901 Views

Description

Hawaasni Oromoo biyya Suwiidin kan naannoo magaalaa gudditti lammaffaa biiyya Suwiidin Goteborg jiraatuu fii naannoo isiitti argaman guyyaa har'aa jummata caamsaa 9 hiriira mormii diddaa wayyanee bahan, Kan hiriira kanarraa nama gammachiisaan, Oromoonni naannoo kanatti argaman tokko odoo manatti hin hafin, haawwan, shamarraan, manguddoo fii joolleen isiin daa'ima malqa qabdu kan dalagaa qaban guyyaa kana if wareeguudhaan dhaadannoo, gaaffiin barattootaa, gaaffii ummata Oromoo maraati, Finfinneen handhuura Oromiyaati, ajeechaa fii reebichii ummata keenyarraa jaa dhaabbatu, Mootummaan Suwiidin mootummaa abaaramaa kanaaf akka gargaarsa hin kennine kkf qabatanii gaddaa fi tumsa barattootta isaanii kan wayyaneen gara jabinaan rasaan fixxe balaaleeyfatan.

Show more

Post your comment

Sign in or sign up to post comments.

Comments

Be the first to comment
RSS